Idil Addunyaa Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu qopheessufi Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) - Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu ariitiin qopheessufi. Projaktiin talaallii mRNA vaayrasi koronaarratti xiyyeefate ariitiin xumuramuu…
Biiznasii Birrii biiliyoona 20 dabalataan walitti qabuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) Doolaarri biiliyoonni 10 deeggarsan argamuu fi dabalataan birrii biilyoona 20 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri galiiwwanii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame. Jilli Dhaabbata Siiviil Aaviyeeshinii Addunyaa torbee tokkoof…
Fayyaa Dr Teediroos Adihaanoom preezdaantii Chaayinaa Zhii Jiin Piing waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Daayreektar janaraalli Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom preezdaantii Chaayinaa Zhii Jiin Piing waliin mari'atan. Dabalataan…
Oduu biyya keessaa Namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta’uun isaanii ibsame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta'uun isaanii ibsameera. Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii…
Teeknooloojii Chaayinaan qorannoo maarsii irratti taasiftuu baatii Adooleessaa dhufuu ni eegalti Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Chaayinaan qorannoo saayinsaawaa maarsii irratti taasiftuu baatii Adooleessaa dhufuu akka eegaltu ifoomsitetti. Qorannicha kan gaggeessitu…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoota kuma 1 fi 600 ta’an seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne- obbo Birihaanuu Tsagaaye Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoota yakkoota garagaraan barbaadaman kuma 3 keessaa kuma 1 fi 600 seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne jedhame. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Oduu biyya keessaa Namoonni karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddabarsaan to’ataman Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni lama karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddarsan to’atamaniiru. Namoonni kun meeshaa waraanaa 17 mana jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Waajjirri Giiftii Duree hojjechiise ebbifame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Manni Barumsaa Waajjirri Giiftii Duree hojjechiise ebbifame. Manni Barumsaa Warra Ifaa Salaalee Sadarkaa 2ffaa godina Shawaa Kaabaa aanaa…
Idil Addunyaa Liibiyaatti walitti bu’iinsa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoof saaxilaman Wabi Fufa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Liibiyaatti walitti bu’insa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoo cimaaf saaxilamuun himame. Falmitoonni mirga namoomaa Liibiyaatti walitti bu’insa…