Oduu biyya keessaa Koonfaransiin nageenyaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti taa’ame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Koonfaransiin nageenyaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti taa'ame. Yuunvarsiitichi baruu barsiisuu haala gaaridhaan itti fufsiisuuf har'a…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni seeraan alaa horii gaanfaa biyyaa baasuuf yaalan to’ataman Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni horii gaanfaa seeraan ala biyyaa baasuuf yaalan 15 guyyaa har’aa to’ataman. Guyyaa har’aa shakkamtoonni horii gaanfaa 104 karaa seeraan…
Idil Addunyaa Traamp dhimma Liibiyaa fi Sooriyaa irratti Erdoohaan waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp gita isaanii preezdaantii Tuurk Rasip Xayib Erdoohaan waliin dhimmoota rakkoo nageenya Liibiyaa fi Sooriyaa…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga’iisaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga'iisaa gaggeessaa jira. Koomiishiniin ministiroota biyyoota lamaanii magaalaa Finfinnee,…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy daawwannaa Eeritraa xumuran Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad daawwaannaa Eeritraa xumuraniiru. Daawwaannaa guyyoota sadiif taasisaan keessatti dhimmoota waloo sadee…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera. Koreen kun,…
Oduu biyya keessaa Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu. Ministeroonni Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa boru ni gaggeessa Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa. Manni marichi walga’iisa guyyaa boruun…
Balballoommii fi yaada Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi –… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo lameenii cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu akka barabaaddu Raashiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Biiznasii Israa’eelitti waltajjiin buna Ityoophiyaa beeksisuu gaggeeffame Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Israa’eelitti waltajiin buna Ityoophiyaa beeksisuu gaggeeffameera. Israa’eelitti ergama addaafi ambaasaaddarri guutuun FDRI Ambaasaaddar Rattaa Alamuu…