Oduu biyya keessaa Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala. Maddi anniisichaa meeggaa waatii 254 maddisiisuu danda'a jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3 dura Riqichi guyyaa eebbaa dhabame ammas ijaarramaa jira jedhame Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20,2012(FBC)- Waggaa 3 dura magaalaa Adaamaatti Riqichi ijaarrame jedhame guyyaa eebbaa dhabamee ture ammas bifa haaraan ijaarramaa jira jedhame. Waggaa 3…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise. Manni marichaa yaa’ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa…
Ispoortii Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan kilaboonni Oromiyaa hin milkoofne Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 11ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaa fi Sabbataan yoo injifataman, Abbaan Jifaara qixa bahe. …
Oduu biyya keessaa “Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa… Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…
Teeknooloojii ‘Nasan’ xiyyaar samii haraa odeeffaanno naannoo aduun sassaabuu gara hawaatti erguufi Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee. Amajjii 20, 2012 (FBC) – Dhaabbanni qorannoo hawwaa Ameerikaa (Nasa) odeeffannoo naannoo aduun jiru kan saassaabdu xiyyaar samii haaraa gara hawaatti akka ergu beeksiseera.…
Teeknooloojii Saatalaayitiiwwan lama Orbitii lafaa gara gadii irra jiran walitti bu’uu danda’u jedhame Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Saatalaayitiiwwan Riphoon yeroo ammaa Orbitii lafaa gara gadii irra jiran lama Roobii dhufu walitti bu’uu danda’u jedhame. Saatalaayitiiwwan kunneen…
Biiznasii Baatiiwwan 6n darbanitti daldala alaa irraa Doolaarri biiliyoonni 1.33 argameera Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Baatiiwwan 6n darbanitti daldala alaa irraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.33 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Baatiiwwan 6n…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti walakkaa waggaatti dargaggoota kuma 104 carraan hojii uumamuun ibsame Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti walakkaa waggaa kanaatti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 4f carraan hojii uumamuun ibsame. Baatiiwwan 6n darbanitti…
Idil Addunyaa Traamp karoora nageenya giddugala bahaa ifoomsan Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp karoora nageenyaa giddugala bahaa ifoomsaniiru. Traamp karooricha muummee ministiraa Israa’eel Beeniyaamiin…