Ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif Birrii biiliyoona 1.2 ol ta’uun kontiraaktaroota wajjin walii…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Biiroon Misoomaa Qabeenya Bishaaanii fi Inarjii Oromiyaa ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Birrii biiliyoona 1.2…