Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte.
Waldichi leenjistota olaanaa fi…