Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti abbootii warraa kuma 1 fi 70 deeggarsi taasifame.
Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti Sooma Ramadaanaa fi weerara vaayrasii…