Guyyaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan Yaaballootti kabajamaa jira
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa'e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti…