Idil Addunyaa Raashiyaan guyyaa injifannoo 80ffaa kabajaa jirti Yonatan Birhanu May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) -Raashiyaan Waraana Addunyaa 2ffaan guyyaa yaadannoo weerara humna Naazii itti injifatte waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan Mooskootti kabajaa jiraachuun…
Teeknooloojii Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhataniiru jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhachuu Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin Buufata Xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi Kan turan fooyyessuu jabaatee itti fufeera jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Tajaajila geejjibaa biyya keessaa fooyyessuuf hojiin buufataalee xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi kanneen duraan turan fooyyessuu fi babl’isuu hojjetamaa…
Idil Addunyaa Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta’uun… Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta'uun filataman Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) -Lammiin Ameeeikaa Roobarti Firaansiis pirevost boqochuu…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 300 ol dhaabuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Godina Harargee Bahaatti bara kana Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan miiliyoona 300 fi miiliyoona 25 ol dhaabuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffama Ayana Dheressa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa Idil-addunyaa 3ffaan Caamsaa 5fi 6, 2017 magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloota gargaaramtummaa osoo hin taane qabeenya dhaalchisuu qabna- Dooktar Shifarraawu… Ayana Dheressa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Deeggarsa namoomaa dandeettii ofiin guutuun dhaloota gargaaramtummaa osoo hin taane qabeenya dhaalchisuu qabna jedhan Komishinarri Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyeen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffatan Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffataniiru. Guyyaan Fannoo Diimaa fi Baatii Diimaa “Namooma haa jabeessinu’’…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitiiwwan gaaffilee uummataf deebii qorannoo fi qo’annoon deggerame kennuu qabu jedhame Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC)- Oomishaa fi oomishtummaan akka guddatu, barnoonni qulqullina qabu akka jiraatuu fi fayyaan Hawaasaa akka eegamuuf gaaffii uummata irraa dhiyaatuuf…
Oduu biyya keessaa Mootummaan pirojektoota misoomaa ariitii fi qulqullinaan ijaaruun tajaajilaaf oolchaa jiraachuun… Tsehay Guluma May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017(FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Pirojektonni fayyadamummaa Ummataa mirkaneessaan 232 ol baajata Mootummaa Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 oliin ijaaramaa…