Milkaa’ina hojii misooma kooriidariif kaafamtoonni misoomaa tumsaniiru- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Milkaa'ina hojii misooma kooriidaraafi deebisanii misoomsuuf kaafamtoonni misoomaa tumsa cimaa taasisuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…