Oduu biyya keessaa Kitaabileen kumni 15 ol mana kitaabaa Abrihootiif gumaachaman Ayana Dheressa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Manni Hojii Odiitara Olaanaa Federaalaafi Aljeezraan Itiyoophiyaatti argamu mana kitaabaa Abrihootiif…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS tumsa waloo cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS hariiroo waloo qaban caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsaniiru. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan giddugala Istaartaappiifi kalaqa teeknooloojii ta’aa jirti jedhame Ayana Dheressa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan giddugala Istaartaappiifi kalaqa teeknooloojii ta’aa jiraachuu Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan…
Biiznasii Hojiileen Damee daldalaan hojjetaman bu’aa olaanaa galmeessaniiru – Dooktar Kaasahuun Goofee Sifen Megersa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Hojiileen Damee daldalaan hojjetaman bu’aa olaanaa galmeessuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggar giddugala teeknooloojiifi tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar giddugala teeknooloojiifi tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Rakkoon nageenyaa naannoo Amaaraa mudatee ture ilaalcha siyaasaa finxaalessummaan wal qabatudha –… Sifen Megersa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Naannoon Amaaraa yeroo kamuu caalaa imala misoomaa fi nageenya fooyya’aarratti kan argamu ta’uu Pireezidaantiin naannichaa obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Guddachuun magaalotaa jireenya ummaataa fooyyeessa – Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Ayana Dheressa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Guddachuun magaalotaa jireenya ummaataa kan fooyyeessu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ibsaniiru. Magaalaa Goondariif sagantaan galii…
Ispoortii Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal PSG waliin… Sifen Megersa Apr 29, 2025 0 Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni marsaa jalqabaa har'a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama. Taphni walakkaa xumuraa marsaan…
Oduu biyya keessaa Qonna gannaan lafa heektara miiliyoona 10 fi kuma 800 ol misoomsuuf karoorfamuun ibsame Tsehay Guluma Apr 28, 2025 0 Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Qonna gannaa bara Oomisha 2017/18tiin lafa heektara miiliyoona 10 fi kuma 800 fi kuma 49 ol misoomsuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…