Balballoommii fi yaada Guyyaan afaan dhalootaa Yuunvarsiitii Waqixxeetti kabajame Obse Wakgari Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Guyyaan afaan dhalootaa Yuunvarsiitii Waqixxeetti kabajame. Guyyichi sadarkaa addunyaatti si'a 21ffaaf, akka biyyaatti ammoo si'a 10ffaaf…
Oduu biyya keessaa Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate Obse Wakgari Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa obbo Dhaabaa Dabaleetin duurfamu, Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate.…
Teeknooloojii Bilbilli ammayyaa’aa suurota hin barbaachifne hin kaafne ifoome Obse Wakgari Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Bilbilli ammayyaa’aan suurota hin barbaachifne kaasuuf hin eyyaamne ifoomera. ‘Tone E 20’ kan jedhamuu kun dhaabbata bilbilaa Toon Jaappaniin kan…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa vaayrasii koroonaa sodaachuun lammiilee biyyoota garagaraa 380 gara bakka turtiitti… Wabi Fufa Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa vaayrasii koroonaa sodaachuun lammiilee biyyoota garagaraa 380 gara bakka turtiitti galchite. Gara bakka turtiitti kan fudhataman…
Idil Addunyaa Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan Wabi Fufa Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan. Preezdaantin Yuunaaytid Steet Doonaald Traamp Hinditti kan taasisaa daawwaanaa hojii…
Idil Addunyaa Niijar miseensota garee shororkeessaa 120 ajjeesuu beeksifte Wabi Fufa Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Niijar miseensota garee shororkeessaa 120 ajjeesuu beeksifte. Naannoo Kibba Dhihaa Niijaritti kan bobba’ee humni waraanaa Niijarii fi ajajni…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Daagimaawitiin durfamu walga’ii ministirootaa idil addunyaa 3ffaa irratti hirmaate Wabi Fufa Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Jilli aadde Daagimaawitiin durfamu nageenya daandiirratti kan xiyyeeffate walga’ii ministirootaa idil addunyaa 3ffaa irratti hirmaate. Jilli…
Oduu biyya keessaa Galmeen lammiilee Ityoophiyaa eeyyama malee Emmireetota Arabaa Gamtooman jiraatanii Imbaasii… Obse Wakgari Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Galmeen lammiilee Ityoophiyaa eeyyama malee Emmireetota Arabaa Gamtooman jiraatanii Imbaasii Ityoophiyaa Abudaabiitti eegale. Muummee…
Oduu biyya keessaa Hiriira Amboorratti namoonni 29 yoo miidhaman, shakkamtoonni 6 to’ataman Obse Wakgari Feb 24, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Hiriira deeggarsaa Amboorratti boombii darbatameen namoota 29rra miidhaa salphaa fi cimaan qaqqabeera. Koomiishinarri Koomiishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraaleen misoomaa aanaa Maqdallatti ijaarame eebbifame Wabi Fufa Feb 23, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) - Bu’uuraaleen misoomaa aanaa Maqdallatti ijaarame eebbifame. Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Maqdallaa bu’uuraaleen misoomaa ijaaraaman…