Hiriirri waamame beekkamtii mana maree dhimmoota Islaamummaan ala jedhame
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – hiriirri hordooftoonni amantaa Islaamaa karaalee miidiyaa hawaasaa garagaraan guyyaa har’aa akka gaggeessaniif waamame beekkamtii mana maree dhimmoota…