Oduu biyya keessaa Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame. Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Gidhiir gidduutti dhakaan bu’uraa Proojaktii…
Oduu biyya keessaa Aadde Hiruut Zammanaan Cheen Shiyaadoonag waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan gargaaraa ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Cheen Shiyaadoonag…
Oduu biyya keessaa Proojaktiin ijaarsa nageenyaa Gujii fi Geedi’oo ifoome Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Proojaktiin ijaarsa nageenya ummattoota Godina Gujii Lixaa fi Godina Geedi'oo caalaatti cimsuuf gargaaru har'a Godina Geedi'oo, Magaalaa Diillaatti ifatti…
Oduu biyya keessaa Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa Kuwaataritti gaggeeffame Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa guyyaa kaleessa Kuwaatar Dohaatti gaggeeffameera. Fooramicharratti Kuwaatar kan jiraatan…
Oduu biyya keessaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to’atame Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to'atame. Qajeelchi Poolisii Magaalaa Hawaasaa akka beeksisetti meeshaan seeraan ala dabarfamaa ture,…
Fayyaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaa dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni… Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681to’atame Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681 to’atameera. Meeshaaleen kunneen giddugala Goondar aanaa Taach Aarmaacoo…
Idil Addunyaa Biyyoonni gaazii ergan sababa vaayirasii koroonaan oomisha isaanii hir’isuufi Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Biyyoonni gaazii ergan sababa vaayirasii koroonaan oomisha isaanii hir’isuufi waldaan biyyoota gaazii oomishanii fi erganii (OPEC) fi tumsitoonni…
Idil Addunyaa Vaayirasiin Koroonaa biyyoota miseensa IGAD irra miidhaa akka hin qaqqabsiifneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Mootummootni Misooma Baha Afrikaa (IGAD) Vaayirasiin Koroonaa naannichatti miidhaa akka hin geessisneef hojii dursanii ittisuu hojjechaa jiraachuu…
Idil Addunyaa Walga’iin Ministiroota Gaanfa Afrikaa Jibuutiitti gaggeeffama jira Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Walga’iin Ministiroota Gaanfa Afrikaa Jibuutiitti gaggeeffama jira Walga’iicharratti Ministiroonni Faayinaansii fi hoggantoonni hojii olaanoon Gaanfa…