Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman xumurame Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman Amajjii 19 fi 20, 2012 Finfinneetti gaggeffamaa ture xumurame. Waltajjichi Ministeera Dhimma Alaatti itti…
Oduu biyya keessaa Mariin araara duudhaa biyyaa fi sirna haqaarratti xiyyeeffate Adaamaatti taa’amaa jira Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Mariin araara duudhaa biyyaatinii fi sirna haqaarratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira. Waltajjicha kan qopheesse Ministeera Nageenyaa…
Idil Addunyaa Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo ta’an deebisee too’ate Sifen Megersa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo mormitootan qabamanii turan deebisee too’achuu beeksise. Akka miidiyaan biyyaalessaa biyyattii…
Ispoortii Waldorgommiin Shaampiyoonaa Naangiingitti adeemsifamuuf ture sababa vaayrasii koroonaan dheereffame Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Atleetiksii Idil Addunyaa waldorgommii shaampiyoonaa mana keessaa Chaayinaa Naangiingitti adeemsifamuuf ture sababa weerara vaayirasii koronaan dheeresse.…
Oduu biyya keessaa Koroonaa ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho’ina qaamaa adda baasuu itti… Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Koroonaa vaayrasii ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho'ina qaamaa adda baasuu itti fufiinsan hojjetamaa jira jedhan ministir deettaan…
Oduu biyya keessaa Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala. Maddi anniisichaa meeggaa waatii 254 maddisiisuu danda'a jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3 dura Riqichi guyyaa eebbaa dhabame ammas ijaarramaa jira jedhame Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20,2012(FBC)- Waggaa 3 dura magaalaa Adaamaatti Riqichi ijaarrame jedhame guyyaa eebbaa dhabamee ture ammas bifa haaraan ijaarramaa jira jedhame. Waggaa 3…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise. Manni marichaa yaa’ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa…
Ispoortii Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan kilaboonni Oromiyaa hin milkoofne Sifen Megersa Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 11ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaa fi Sabbataan yoo injifataman, Abbaan Jifaara qixa bahe. …
Oduu biyya keessaa “Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa… Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…