Waldichi haleellaa suukaneessaa gareen finxaaleyyii barsiisotarratti raawwatu balaaleffate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Waldaan Barsiisoota Itiyoophiyaa haleellaa suukaneessaa gareen finxaaleyyii naannoo Amaaraa keessa socho’u barsiisotarratti raawwatu balaaleffateera.…