Qophiilee ayyaana hundeeffamaa Poolisii Federaalaaf uummanni akka tumsu gaafatame
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Guyyaan hundeeffama Komishinii Poolisii Federalaa waggaan116ffaan Ebla 19 hanga 26/2017tti akka kabajamus ibsame.
Dubbii himaan Komishinichaa Gargaaraan…