Oduu biyya keessaa Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Yaada karoorsine gara qabatama guddummaatti fidaa itti fufnee jirra! Qaama misooma koriidarii fi deebisanii misoomsuu Kaazaanchis kaleessa eebbifamee kan ta'e Addabaabaayii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Maree Biyyaalessaa qooda fudhattoota marii ajandaa walitti qabuu sadarkaa biyyaalessaa… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa qooda fudhattoota yeroo itti aanu marii ajandaa walitti qabuu sadarkaa biyyaalessaa fi Federaalaatti mari’atamurratti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2017 godinaalee rooba Arfaasaa argatan keessatti… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017(FMC)- Dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2017 godinaalee rooba Arfaasaa bal'inaan argatan keessatti gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Ispoortii Qonni magaalaa madda carraa hojii ta’uun alatti kaapitaala guddaa uumaa jira – Dooktar Biqilaa… Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Itti Gaafatamaan Damee Qunamtii uummataa fi Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan magaalaa Baatuutti oomishaalee…
Oduu biyya keessaa Booyingi biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti bane Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Booyingi biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti banuun ibsame. Booyingi biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti banuun mul’ata keenya idil addunyaa milkeessuuf…
Oduu biyya keessaa Rakkoo bulchiinsa gaarii hir’isuufi tajaajila si’ataa hawaasa biraan gahuuf hojii hojjetameen… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Rakkoo bulchiinsa gaarii hir’isuufi tajaajila si’ataa hawaasa biraan gahuuf akkasumas nagaafi tasgabbiin akka bu'uuf hojii hojjetameen fooyyeen gaariin…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa hujjaajota Kaameeruunii imalaniif tajaajila balallii kennuuf kutannoo… Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hujjaajota Kaameeruunii imalan akkasumas gara Yaawuundeefi Duwaalaatti tajaajila balallii idilee kennuuf kutannoo qabaachuu…
Ispoortii Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har'a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba'uun qabxii qoddataniiru. Tapha har'aa…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomse Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan miidhaa shaakalarratti isa mudaterraan kan ka’e dorgommii fiigicha maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Inisheetivoota eegalaman itti fufsiisuufi haaraa maddisiisuun xiiqiin hojjetamuu akka qabu ibsame Ayana Dheressa Apr 22, 2025 0 Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Inisheetivoota eegalaman itti fufsiisuufi haaraa maddisiisuun carraawwan gabaa biyya keessaafi alaa fayyadamuuf xiiqiin hojjetamuu akka qabu hubachiifame.…