Oduu biyya keessaa Faanaa fi Waaltaan walitti makaman Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet ifatti Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin jedhamuun walitti makanan.…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni FMC bu’aa yaadama ida’amuuti – Daani’eel Kibrat Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet walitti makamuun Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin hundeessuun bu’aa…
Oduu biyya keessaa FMCn seenessa waloo ijaaruu keessatti fakkeenya guddaa ta’uu qaba – Dooktar Laggasaa Tulluu Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniin seenessa waloo ijaaruu keessatti fakkeenya guddaa ta'uu akka qabu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Miira itti gaafatamummaan ijaarsa biyyaaf, dhaloota qaruuf Itiyoophiyaa himuuf ni hojjenna-Obbo… Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Miira itti gaafatamummaan ijaarsa biyyaaf, dhalootaa qaruu fi Itiyoophiyaa himuuf ni hojjenna jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan FMC Obbo Admaasuu Daamxoon.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kantibaa magaalichaa Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Buraayyuutti hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Sirni Walitti Makamuu Dhaabbilee Miidiyaa lameenii gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Sirni Walitti Makamuu Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet gaggeeffamaa jira. Dhaabbileen miidiyaa lameen…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Jibuutiitti haala rakkisaa keesssa turan 94 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Dec 5, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Godaansa Seeraan Alaan Jibuutiitti haala rakkisaa keessa turan 94 gara biyyaa deebi’aniiru. Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Magaalaa Shaggar daawwatan Tsehay Guluma Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) –Waliigaltee nageenyaa tibbana taasifame booda qondaaltonni WBO hojiilee misoomaa Magaalaa Shaggar Daawwataniiru. hojiilee misooma koriidaarii, Mana…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen xaalayaa muudama Ambaasaaddaroota biyyoota adda addaa… Tsehay Guluma Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen xaalayaa muudama Ambaasaaddaroota biyyoota 12 fudhataniiru. Haaluma kanaan xaalayaa muudama…
Ispoortii Kilabni Magaalaa Shaggar kilaba Injibaaraa injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Dec 4, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphatameen Magaalaan Shaggar galchii 3 fi 1n Magaalaa Injibaaraa injifateera. Misgaanaa…