Oduu biyya keessaa Namoonni boba’aa seeraan alaa daldalan 34 to’ataman Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti namoonni boba’aa seeraan alaa daldaluurrratti bobba’an 34 to’annoo jala oolfamuu Komishiniin Poolisii Naannoo Sidaamaa beeksise.…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu… Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Sagantaan torbee 14ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen hoggantoota Dhaabbata Meerii Jooy waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen, Hundeessituu fi Hoji Raawwachiistuu Dhaabbata Meerii Jooy Siister Zabiidaar Zawudee, Walitti Qabaa fi…
Oduu biyya keessaa Paarkiiwwan Indaastirii 10 gara Zoonii Addaa Diinagdeetti guddatan Tsehay Guluma Dec 3, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) –Paarkiiwwan Indaastirii 10 gara Zoonii Addaa Diinagdeetti guddachuu Korpooreshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise. Korporeshinichii…
Oduu biyya keessaa Saa’uud Arabiyaan hariiroo gamhedduu Itiyoophiyaa qabdu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Aanaa Ministira Qonnaa Saa'uud Arabiyaa Ahimad Biin Saaliihii Biin Ayidaahii Al…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen badhaasa Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Waraqaa Ragaa seera qabeessummaa galmee Malkaa Qunxurree fudhatte Debela Tadesse Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Waraqaa Ragaa seera qabeessummaa galme Hambaa seenaa Malkaa Qunxurree Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO)…
Ispoortii Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun… Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Giiniitti murtoo Murteessaan tapha kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 56 darbuu gabaafame. Tapha Kubbaa Miilaa…
Idil Addunyaa Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galan Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Chaansilarri Jarman Oolaaf Shooliiz Yuukreeniif deeggarsa waraanaa dabalataa taasisuuf waadaa galaniiru. Chaansilar Oolaaf Shooliiz Yuukreenitti…
Teeknooloojii Itiyoophiyaa keessa dandeettii kalaqaa jireenya jijjiiran bal’aatu jira-Dooktar Ballaxaa Moollaa Debela Tadesse Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa keessa dandeettii kalaqaa jireenya jijjiiran bal’aan akka jiran Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan…