Oduu biyya keessaa Ibsa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaarraa kenname Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa mirkaneessa ga’umsa ogummaa kennuu fi galmeessa Gaazexeessitootaa gaggeessuuf sochii jiru ilaalchisee ibsa…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaan cimte ijaaruu keessatti qooda isaanii akka bahatan… Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaa sabdanessaan cimtee ijaaruu keessatti gaheen qaban olaanaa ta’uu Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri…
Oduu biyya keessaa Inisheetiiwwan Qonnaa hojiirra oolan badhaadhina maatii milkeessaa jiru – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Inisheetiiwwan Qonnaa Mootummaan hojiirra oolchaa jiru badhaadhina maatii milkeessaa jiraachuu Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni qamadii waldaa hojii gamtaa gatii hin malletti gurguran adabbii cimaan adabaman Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Oomisha Qamadii Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Amboo gatii hin malletti gurguruun Birrii miiliyoona 4 ol dhabsiisan adabbii cimaan…
Fayyaa Dhukkuboota hawaasa miidhaan dhabamsiisuuf qorannoo fi qo’annoon deeggaruu barbaachisa-… Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Dhukkuboota hawaasa miidhaan dhabamsiisuuf qorannoo fi qo'annoon deeggaruun barbaachisaa ta'uu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan. Biiroo Fayyaa Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Deeggarsaa fi kabaja ummata Tigraayiif galata guddaan qaba – Obbo Getaachoo Raddaa Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay obbo Getaachoo Raddaan itti gaafatamummaa isaanii dabarsanii kennuu ibsaniiru. Waggoottan…
Oduu biyya keessaa Hordoftoota amantaas ta’ee, abbootiin amantaa nageenyaaf dursa kennuu qabu – Komishinar Araarsaa… Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Hordoftoota amantaas ta’ee, abbootiin amantaa nageenyaaf dursa kennuu akka qaban Hogganaan Biiiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa Komishiinar Araarsaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabarsan. Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Baatii tokkoof akkaataa Heera Mootummaa, waliigaltee Piriitooriyaa fi gorsa hawaasa Dippiloomaasii itti dabaluun marii bal’aan gaggeeffamaa tureera. Akkaataa seeraan yeroon aangoo…
Oduu biyya keessaa Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu hojii eegale Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu har’a hojii eegaleera. Dooktar Abiy Ahimad akkaataa heera…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtaawarratti xiyyeeffate taa’amaa jira Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtawarratti xiyyeeffate Magaalaa Baahir Daaritti taa'amaa jira. Waltajjichi dhimmoota nageenyaa,…