Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Siidaa Yaadannoo miidhamtoota balaa balallii lakkoofsa ET – 302…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa miidhamtoota balaa balallii Xiyyaaraa lakkoofsa ET – 302 waggaa 6ffaa yaadachuuf Siidaa Yaadannoo eebbisiiseera.…