Yuuniversiitiin Walloo Barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 320 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Yuuniversiitiin Walloo Barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 320 eebbisiise.
Eebbifamtoota keessaa 317…