Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii dubartootaan durfamu taasisuufi
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa sababeeffachuun har’a galgalarraa eegalee balalliiwwan dubartootaan durfaman 6 akka…