Bu’uura badhaadhinaa kan ta’e nageenya eeguun itti gaafatama walooti-Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)-Bu’uura badhaadhinaa kan ta’e nageenya eeguun itti gaafatama walooti jechuun Paartiin Badhaadhina hubachiise.
Paartichi gama miidiyaa hawaasummaa…