Oduu biyya keessaa Irreechi mallattoo araaraa fi galataati – Awwal Aarbaa Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan. Irreechi mallattoo araaraa fi galataati ta’uu…
Oduu biyya keessaa Jala bultii ayyaana Irreecha hora Finfinnee Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Fnfinneef haawasni godinaalee Oromiyaa garagaraarraa walitti babba’uun qophii taasisaa jiru. Karra Finfinnee Shananittuu…
Oduu biyya keessaa Shaggar Magaalaa aadaan bade keessatti deebi’u akka ta’uuf hojjetamaa jira-Dooktar… Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Shaggar magaalaa aadaan bade keessatti deebi'u akka ta'uuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalattii Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’adaa Abdurraahamaan Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa’insa Gandaa daawwatan Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Shawaa Kaabaa Gandoota Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa'insa gandaa fi raawwii isaanii…
Oduu biyya keessaa Irreechi utubaa sirna gadaa, ayyaana galataa, tokkummaa, nageenyaa, fakkeenya araaraa fi dhiifamaati… Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 geessanii dabarsaniiru. Irreechi utubaa sirna gadaa,…
Oduu biyya keessaa Irreechi duudhaa jaalalaa, araaraa fi tokkummaati – Obbo Ashaadilii Hasan Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan ergaa ayyaana Irreechaa bara 2017 dabarsan. Irreechi Duudhaa jaalalaa, araaraa fi…
Oduu biyya keessaa Irreechi calaqqee jaalalaa, araaraa fi tokkummaati- Aadde Alamituu Umood Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood ergaa baga geessanii ayyaana Irreechaa bara 2017 dabarsan. Irreechi calaqqee jaalalaa,…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa bara hojii manneen maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Sirni baniinsa bara hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii Wiixata dhufu gaggeeffama. Sirni baniisa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa…
Oduu biyya keessaa Irreecha kunuunsuun dhalootatti dabarsuun gahee hundaati-Obbo Xilaahuun Kabbadaa Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Ayyaana Irreechaa kunuunsuun duudhaa fi sonaa isaa tursiisuun dhalootaaf ceesisuun itti gaafatama hunda keenyaati jedhan Pireezidaantiin Naannoo Kibba…
Oduu biyya keessaa Irreechi mallattoo tokkummaa, obbolummaa, madda Gammachuu fi Araarati – Obbo Dastaa Leeddaamoo Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon ergaa baga Irreecha bara 2017 geessanii dabarsan. Irreechi mallattoo tokkummaa,…