Fayyaa Oromiyaatti Duulli Talaallii Pooliyoo eegale Tsehay Guluma Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo daa’imman Umrii waggaa shanii gadiif Sadarkaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Moojootti kennamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Balaa kanaan miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Dubartoota Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata Sifen Megersa Feb 21, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 marsaa jalqabaa ni…
Teeknooloojii Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f qormaata oonlaayiniin kennuuf qophiin taasifamaa jira Tsehay Guluma Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f oonlaayiniin qormaata akka fudhataniif qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Oomishaa fi oomishtummaa Qamadii dabaluuf deeggarsi Teeknooloojii qonnaa taasiifamaa jira jedhame Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Oomishaa fi omishtummaa Qamadii dabaluuf qonnaan bultoonni teeknooloojjiitti akka fayyadaman deeggarsa kennaa jiraachuu Giddu Galli Qorannoo Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoo sirrummaa sanadoota 358 gaggeeffameen %73 kan sobaati-Poolisii Debela Tadesse Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Qorannoo sirrummaa sanadoota 358 mirkaneessuu gaggeeffameen %73 sanadoota sobaa ta'uu Poolisiin Federaalaa beeksise. Baatiiwwan ja’an darban…
Fayyaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Raashiyaan damee Fayyaan tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallateessaniiru. Sirna fayyaa tumsuu fi Hojmaata Hospitaala…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf mootummaan tarsiimoo bocee hojjetaa jira-… Debela Tadesse Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hundagaleessa mirkaneessuuf mootummaan tarsiimoowwan adda addaa bocee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin… Debela Tadesse Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin seeraa akka fudhatamuu Poolisiin Magaalattii…
Biiznasii Damee Adaamatti galiin Birrii biliyoona 3.6 sassabamuun ibsame Debela Tadesse Feb 20, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)-Baatiiwwan torban darbanitti galiin Birrii biliyoona 3.6 walitti qabuu Ministeera Galiiwwaniitti Dameen Adamaa ibse. Ministeerri Galiiwwanii Damee…