Caalbaasii addaa sharafa alaan Doolaara Ameerikaa 1 Birrii 107.9’n gurgurame
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii addaa sharafa alaa gaggeesseen Doolaara Ameerikaa 1 giddugaleessaan Birrii 107.9’n gurguruu beeksise.…