Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Ministirri Ministeera Qonna Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Ambaasaaddar Erviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa ‘Simboo Faanaa’ Badhaasa Tuuriizimii injifate Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Sirna cufiinsa Torbee Tuuriizimi Oromiyaa gaggeeffamerratti damee Sagantaa Miidiyaatiin Sagantaan ‘Simboo Faanaa’ badhaasa Tuuriizimii injifateera.…
Oduu biyya keessaa Koreen Biyyaalessaa qindoomina ministiroota BRICS walga’ii idilee 3ffaa gaggeesse Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Koreen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Qindoomina Ministiroota BRICS walga’ii idilee 3ffaa gaggeesseera. Walga’ichaan tarsiimoo hirmaannaa Itiyoophiyaa,…
Ispoortii Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Arbaa Minci injifate Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa, Magaalaa Aarbaa Minci injifateera. Tapha har’a…
Oduu biyya keessaa Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Kibxata Darbee Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban hundi Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e. Fulbaana 21, 2017 Bidiruuwwan…
Oduu biyya keessaa Shaggar carraalee damee tuuriizimiif oolan hedduu qabdi-Dooktar Tashoomaa Addunyaa Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Torban Turizimii Oromiyaa marsaa 4ffaan mata duree "Mul'ata Magaalaa Shaggar Dhugoomsuuf Qophaa'ummaa, Tooftaalee fi Carraalee Jiran" jedhuun…
Oduu biyya keessaa Sirni Axaarrii gaggeeffame Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Sirni Axaarrii Malkaa harsadee Bishooftuutti gaggeeffame. Sirnicharratti Abbaa Malkaa, Abbootii Gadaa, Haawwan Sinqee, Hayyoota, foolleewwaanii fi…
Oduu biyya keessaa Safuu fi Falasamaa Irreechaa Debela Tadesse Oct 3, 2024 0 Oromoon waggoota dheeraa dura irreecha akka jalqabe hayyoonni ni dubbatu. Ayyaanni Galateeffannaa fi Waaqeffannaa Irreechi Oromoo falaasaama fi ilaalcha Oromoon addunyaa kana keessatti…
Fayyaa Hawaasni godinichaa of eeggannoo dhibee busaaf taasisu akka cimsu hubachiifame Sifen Megersa Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Hawaasni Godina Jimmaa dhibee busaa babal’achuu dandaa’uuf of eggannoo cimaa taasisuu akka qabu Waajjirri Fayyaa godinichaa hubachiise. Godinichatti…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee Abbootii Gadaa… Sifen Megersa Oct 3, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee ilaalchisee Abbootii Gadaa fi…