Fayyaa Adaamaatti Warshaan Oomisha Oksijinii eebbifame Tsehay Guluma Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Kolleejjii Meedikaala Hospitaala Adaamaatti Warshaan Oomisha Oksijinii baasii Birrii miiliyoona 50’n ijaarame tajaajilaaf banameera. Guyyaan Oksijinii…
Idil Addunyaa Chaayinaan waldhabdeen Giddugalaa Bahaa akka dhaabbatu gaafatte Tsehay Guluma Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Chaayinaan waldhabdeen Giddugalaa Bahaa hatattamaan akka dhaabbatu gaafatte. Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa ibsa baaseen,muddamni Giddugalaa Bahaa…
Idil Addunyaa Israa’eel Antooniyoo Guutareez gara daangaa bulchiinsa ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra keesse Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Israa’eel Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez gara daangaa bulchiinsa ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra kaa’uu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu ibse Tsehay Guluma Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota ulaagaa guutan kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksiseera. Itti Aanaan Pireezidaantii…
Biiznasii Dooktar Kaasahuun Goofeen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen hoggantoota Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru. Tattaaffii…
Oduu biyya keessaa Irreechi hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuun ibsame Tsehay Guluma Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibse. Kabaja…
Oduu biyya keessaa Fooyyeesi Imaammata Diinagdee Gooroorratti taasiifame raawwii gaarii argamsiise – Dooktar… Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Koreen Diinagdee Gooroo Raawwii fooyyeessa Imaammata Diinagdee Gooroo baatiwwan lamaan darbanii gamaaggameera. Fooyyessi Imaammata diinagdee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa ayyaana uumaan itti galateeffatamudha –Abbootii Gadaa Tsehay Guluma Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ayyaanni Irreechaa ayyaana waan uumaan uumamaaf godhee hundaa kan itti galateeffatamu, ayyaana nagaa fi obbolummaan itti calaqisifamu ta’uu Abbootiin…
Idil Addunyaa Ameerikaan misaa’eeloota Iraan, Israa’el irratti dhukaafte hedduu fashaleessuu ibsite Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ameerikaan misaa’eloota hedduu Iraan gara Israa’elitti furguggiste hedduu fashaleessuu beeksifte. Ameerikaan haala jiru itti dhiyeenyaan akka hordoftuu…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti miseensonni raayyaa nageenyaa eebbifaman Sifen Megersa Oct 2, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti miseensonni raayyaa nageenyaa leenjii adda addaa fudhataa turan eebbifaman. Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalaa…