Oduu biyya keessaa Godaantoonni Seeraan Alaa 95 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Godaantoonni Seeraan alaa 95 gara biyyaatti deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Dameen dhuunfaa tuuriizimiirratti akka hirmaatuuf mootummaan xiyyeeffannaan hojjechaa… Debela Tadesse Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dameen dhuunfaa tuuriizimiirratti akka hirmaatuuf mootummaan xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawit Kaasaan…
Oduu biyya keessaa Sagantichaan dargaggoonni carraan hojii uumameef kuma 13 fi 500 ol eebbifaman Debela Tadesse Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Finfinneetti Marsaa 2ffaa sagantaa “Ga’umsa shaakala hojiirraa dargaggootaan” dargaggoota carraan hojii umameef kuma 13 fi 527 eebbifamuu Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Dureewwan Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaataa turan gara biyya isaanitti deebi’aa jiru Tsehay Guluma Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dureewwan Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatan gara biyya isaanitti deebi’aa jiraachuun ibsameera. Haaluma kanaan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin nageenya Dandii Idil Addunyaa 4ffaan Maaraakaashitti gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Feb 18, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Koonfiraansiin nageenya dandii Idil Addunyaa 4ffaan Morookkoo Maaraakaashitti gaggeeffamuu eegaleera. Mootummaan Morookkoo Dhaabbataa Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina maree biyyaalessaaf qooda fudhattoonni hundi gahee isaanii bahuu qabu –… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Milkaa'ina maree biyyaalessaaf lammiileen Itiyoophiyaa hundi gahee irraa eegamu bahuu akka qaban Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Waamaamaa…
Oduu biyya keessaa Riippaabliikni Cheek hariiroo damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Riippaabliikni Cheek hariiroo damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu beeksifte. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan muuxannoo oomisha qamadii fi ashaaraa magariisaan qabdu qoodde – Obbo Tasfaahun… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaa irratti muuxannoo fi bu'aa oomisha qamadii fi ashaaraa magariisaan galmeessiste biyyoota biroof…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoomiin Magaalaa Jimmaatti Tajaajila Neetworkii 5G eegalchiise Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Itiyoo Teeleekoomiin Magaalaa Jimmaatti Tajaajila Neetworkii Moobayilaa 5G eegalchiiseera. Sirna jalqabsiisa neetwoorkii dhaloota shanaffaa (5G)…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan 2025 irratti kan hirmaatu ta’uu beeksise Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) -Atileetii buleessi Qananiisaa Baqqalaan fiigicha Maaraatoonii Landan 2025 irratti kan hirmaatu ta'uu beeksiseera. Ga'eessi umrii waggaa 40 Atileet…