Dooktar Abiy Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota…