Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Seeraaliyoon Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Seeraaliyoon Juuliyas Maadaa Baayoo yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Zaambiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezidantii Zaambiyaa Hakaayindee Hikleemaa waliin mari’ataniiru. Pireezidaantichaa waliin taasisan…
Oduu biyya keessaa Karoora hiixataa hojiirra oolaa jiruun jijjiramni hundagaleessa galmaa’aa jira-Obbo Kaffaaloo… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Karoora hiixataa carraawwan misoomuu giddugaleeffachuun qindoomina humnoota walootiin hojiirra oolaa jiruun, jijjiramni hunda galeessa fayyadamummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Waliigalaa FAO waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Waliigalaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Mootummoota Gamtoomanii (FAO) Qu Dongiyu waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Siingaapoor waliin… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Riippaablika Siingaapoor…
Oduu biyya keessaa Hogganaan Filisxeem Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Hogganaan Filisxeem Mahimmud Abbaas Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Mahimmud Abbaas wayita Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Finfinnee Galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Yanuus Manfii Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Chaad Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Chaad Mahaammad Idiriis Deebiin Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Mahaamad…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Mootummaan Liibiyaa fi paartileen morkattootaa waliigaltee nagaa fi araara biyyaalessaa mallatteessan. Waliigaltichi koree araaraa Gamtaa Afrikaan…