Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Yaa’ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii Faayilemaan Yaanigiin waliin mari’ataniiru.…