Tarkaanfii haaromsaa fudhatameen dameewwan diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan injifannoon…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC)-Mootummaan Paartii Badhaadhinaan durfamu tarkaanfiiwwan haaromsaa waggoottan jahan darbanitti fudhateen dameewwan diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaan…