Oduu biyya keessaa Qaammee 3 Guyyaa Birmadummaa Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Qaammeen 3, "Guyyaa Birmadummaa" mata duree "Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf" jedhuun kabajama. Barii jijjiiramaa irraa eegalee birmadummaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Birmadummaa ishee kan dhiibuu barbaadan qaaniin ofirraa deebisteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Qaammee 03 Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo gandoota Akkoo Jirruu, Iluu Kittaayeefi Unee keessatti sigiga lafaa guyyaa har'aa mudateen lubbuun shamarran 3…
Teeknooloojii Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin yeroo jalqabaaf… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin akka biyyaatti yeroo jalqabaaf barattoota simatee barsiisuuf ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaachoon Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraman jiraattoota… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon har’a Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraaman jiraattoota 275'f…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Oromoo Irreechi bara kanaa karaa aadaa, duudhaa fi safuu isaa eeggateen akka… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) –Kabaja Irreecha bara kanaa ilaalchisee mariin gaggeeffameera. Abbootiin Gadaa, Hayyoonni, Jaarsoliin Biyyaafi Haadholii Siinqee marii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Magaalaa Finfinnee nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf ga’umsaan hojjechaa… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee riifoormii gaggeessuun nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf ga’umsaan hojjechaa jiraachuu Kantibaan magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Bu’aan riiformii deddeebii fi dadhaabbii ummataa hirdhisuun safaramuu qaba- Aadde Adaanech… Tsehay Guluma Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC)-Riifoormii hojiirra oolchuun tajaajila dhaqqabamaa fi si'ataa taasisuuf hojiilee hojjetamaa jiraaniin bu'aa gaariin argamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa Aanaa Beddelleetti mudateen lubbuun namoota 14 darbe Tsehay Guluma Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 14 darbuu ibsame. Konkolaataan fe'umsaa ISUZU jedhamu namoota…
Oduu biyya keessaa Riifoormii hojiirra oole guddina diinagdee itti fufiinsa qabu ijaaruuf kan dandeessisaniidha – Obbo… Tsehay Guluma Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree ‘Riifoormii Tajaajila Caalmaaf’ jedhuun kabajamaa jira. Riifoormiin waggoottaan darban hojiirra oole guddina…