Oduu biyya keessaa Qaammee 1, Guyyaa Ce’umsaa Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa” jedhuun kabajamaa jira. Guyyichi wayita kabajamus, tattaaffiiwwan…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa Gola Hambaa Saayinsiitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa”jedhuun Gola Hambaa Saayinsiitti kabajamaa jira. Guyyichi Itiyoophiyaa…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaa ibiddaa Mana Barumsaarraa qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbe Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa ibiddaa mana Barumsaa sadarkaa1ffaarra qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbuun ibsame. Balichi giddugala Keeniyaatti kan argamu Mana…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 1, Guyyaan ce’umsaa bu’aalee galmaa’aniin yaadatamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Qaammeen 1, Guyyaan Ce’umsaa mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa”jedhuun sadarkaa biyyaatti kabajamaa jira. Itiyoophiyaa ceesisuuf…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 1, guyyaan ce’umsaa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Oromiyaatti Qaammee 1 : Guyyaan Cehumsaa, mata duree“Hambaa cehumsaa, Horata ifa haaraa” jedhuun kabajamaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Wantoota hedduu ce’uun as geenye – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Wantoota hedduu ce'uun as geenye jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Albeen hin luqqifamne, eeboon hin mirmirfamne, kiyyoon hin…
Oduu biyya keessaa Gandi Bu’uura Hawaasaati –Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaan Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Gandi Bu'uura Hawaasaa ta'u Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan. Gurmaa’iinsi Gandaa bifa haaraan ijaarame kun, qajeeltoo Heera…
Oduu biyya keessaa Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaati- Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Bu’aan oomisha Qamadiin galmaa’e mallattoo ce’umsa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen himan. Qaammeen 1, Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hamma liqii qisasaamuu %6.5tti hir’isuu ibse Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa hammaa liqii qisasaamuu %57 irraa gara %6.5’tti hir’isuu ibse. Pireezidaantiin Baankichaa Dooktar Yohaannis Ayaalewu akka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaa xumuruun deebi’an Debela Tadesse Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Chaayinaatti taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan…