Idil Addunyaa Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalame Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Hanqinaalee imaammatawwanii fi raawwii mul’atan hiikuurratti kan mari’atu Yaa’ii 11ffaan ‘Tiink Taank’ Afrikaa eegalameera. Yaa’ichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Piroofesar Birhaanuun ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee eebbisan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Magaalaa Daseetti kan argamu ijaarsa babal’isuu Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Hooxee…
Oduu biyya keessaa Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ameera jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sirni beekamtii…
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Giinii Bisaw waliin taphatu Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Giinii Bisaw waliin taphata. Waaliyaawwan taphichaaf Ruwaandaa…
Oduu biyya keessaa Tuurizimii magaalichaaf gahee olaanaa kan bahatan Ayyaanota Masqalaafi Irreechaa— Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ayyaanonni Masqalaa fi Irreecha Hora Finfinnee sosochii tuurizimii magaalaa Finfinnee keessatti gahee olaanaa bahataniiru jedhe Komishiniin Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna… Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna jedhan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Adeemsa seenessa Afrikaa uumuu keessatti Itiyoophiyaarraa gahee olaanaatu eegama- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa seenessa Afrikaa uumuu keessatti Itiyoophiyaarraa gahee olaanaatu eegama jedhan. Ministirri Muummee…
Teeknooloojii Badhaasni Noobeelii damee Fiiziksii saayintistoota kompiiteraa sadiif kenname Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Badhaasni Noobeelii Fiiziksii bara 2025 saayintistoota kompiiteraa sadiif kennameera. Joon Kilaarki, Mikaa'el Echi Divoortii fi Joon Emmi Maartiinsi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waliigaltee Naannawaa Daldalaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf qophii Xumurte Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan waliigaltee Naannawaa Daldalaa Bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuuf qophii Xumurteetti jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa dhimmoota 13’f hiikni heera mootummaa akka kennamuuf murtoo dabarse Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 FMC) – Manni Maree Federeeshinii dhimmoota 13 irratti hiikni heera mootummaa akka itti kennamu murtoo dabarseera. Yaa’iin Qulqulleessituu Heera Mootummaa Mana…