Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 49ffaan Xumurame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 49ffaan xumurameera.
Miseensonni mana marichaa hojiiwwan tumsaa dhaabbilee garaagaraa waliin…