Hojiileen Komishiniin Marii Biyyaalessaa hojjechaa jiru jajjabeessadha-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)- Hojiileen Komishiniin Marii Biyyaalessaa hojjechaa jiru jajjabeessaa fi sadarkaa gaariirra jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…