Kunuunsi yeroo Ulfaa Haadholiif taasifamuu qabu maalii ?
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Kunuunsi yeroo ulfaa daa'imaaniif gadameessa haadhaa keessaa kaasee kan taasifamuudha.
Daa'ima fayya qabeessa argachuufis ta'e fayyaa haadhaaf kunuunsi…