Haaromsi Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraal xumuramuun eebbifame
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Hojiin haaromsa Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraal xumuramuun eebbifame.
Sirna eebba mana amantichaarratti Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii…