Gatiin bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa % 2 caalaa garaagarummaa qabaachuu hin qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Gatiin Baankileen daldalaa sharafa alaa ittiin bitaniif gurguran % 2 caalaa garaagarummaa qabaachuu akka hin qabne Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa…