Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha Obbo Bulchaa Dammaqsaa raawwate Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Sirni awwaalcha Gameessa Siyaasaa fi Ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwateera. Maatii,…
Ispoortii Dorrgommiin Shaampiyoonaa Guddattootaa Oromiyaa 9ffaan magaalaa Baatuutti eegale Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Dorgommiin madaallii leenjii guddattootaa 9ffaan qopheessummaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaan magaalaa Baatuutti eegalameera. Shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammuud daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanii… Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDR Dooktar Abiy Ahimad Itiyophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammuud…
Oduu biyya keessaa Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan… Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Obbo Bulchaa Dammaqsaan biyyaafi dhalootaaf dursa kennuun amanamummaa fi namuusaan tajaajiluu kan barsiisaan nama jabaa ta'uu Kaantiibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa – Aadde… Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – 'Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa jedhan Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Goondaritti Manni Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuufi Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Goondaritti Mana Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 200 fi Miiliyoona 25 taasifame. Ijaarsi mana…
Ispoortii Falmii Waancaa FA Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid gidduutti taasiifamu Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Waancaa FA'n Ingiliiziin taphni har'a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu ni eegama. Tapha marsaa 3ffaa FA'n morkiin sa'aatii 12:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Yuuweerii Muuseeveenii waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveenii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru. Yaa'ii Addaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Naannoleen Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Ispoortii Shaggaritti Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Festivaala Aadaa marsaa 2ffaan eegalame Sifen Megersa Jan 12, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Shaampiyoonaan dorgommii Ispoortii Aadaa fi Festivaala Aadaa marsaa 2ffaan gaggeeffamuu eegaleera. Dorrgommiin Ispoortii…