Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tarminaala imaltoota biyya keessaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Tarminaala keessummeessa imaltoota biyya keessaa Doolaaraa miiliyoona 50 haaromsaa fi hojii babal’isuu gaggeessaa ture…