Oduu biyya keessaa Sagantaan Xumuraa Gadda Biyyaalessaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa Ganda Keenchaa Shaachaa Goozdiitti balaa sigiga lafaan lammiilee lubbuun isaanii darbeef…
Oduu biyya keessaa Barattoota dhaabbilee barnootaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa fudhatan keessaa % 13 qofti darbuu… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaarraa qormaata ba’umsaa bara 2016 fudhatan keessaa % 87 qormaaticha kufuu isaanii Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Biiffaa keemikaalaaf xiyyaaronni bitaman tajaajilaa dabalataaf akka oolan waliigalame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Miinisteera Qonnaan xiyyaaronni biiffaa keemikaalaaf bitaman 5 tajaajila dabalataa akka kennaniif Koorporeeshinii Hojiilee Qonnaa fi ‘National Airways’…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa cimtuu ijaaruu keessatti gaheen Barsiisootaa olaanaadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa leenjii addaa ijaarsa dandeettii barsiisotaa fi hoggansa manneen barnootaa gaggeeffameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasise Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6.8…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti balaa Sigiga lafaa fi guutinsa bishaanii tasa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 11 gahuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan… Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaan walqabatee Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan yaadachiiseera. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Luusiin Itiyoophiyaan bakka argama dhala namaa ta’uu kan mirkaneessiteedhan – Dooktar… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Guyyaan hambaan Luusii itti argame waggaa 50ffaan kabajamaa jira. Argamni Luusii gaaffilee hedduu kan deebisee fi gaaffileen hedduun ammoo akka ka’an…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa marsaa 2ffaaf lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamniif deeggarsa Birrii… Sifen Megersa Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaaf lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiiseera.…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa galii Doolara Biiliyoona 7 ol argachuu ibse Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti galii Doolara biiliyoona 7.02 argachuu beeksise. Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qillensa…