Oduu biyya keessaa Irreechi Fulbaana 25 fi 26 kabajama Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Irreechaa kan bara 2017 Fulbaana 25 fi 26 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa beeksisaniiru. Gamtaan Abbootii Gadaa ibsa miidiyaaleef…
Oduu biyya keessaa DhMG gumaacha Itiyoopiyaan ergama nageenya kabachiisuu dhaabbatichaaf taasisaa jirtu dinqisiifate Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Oppireeshinii Nageenyaa Dhaabbataa…
Fayyaa Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef beekkamtii… Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirra beekkamtii argatte.…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel abbootii Amantaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel ayyaana Damaraa ilaalchisee abbootii Amantaa waliin mari’ataniiru.…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Madin Itiyoophiyaa fi Aarbaa Minci qixa xumuran Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaa har’a taphatameen Madin Itiyoophiyaa fi Aarbaa Minci galchii malee qixa xumuraniiru. Taphni har’a…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Damaraa sodaa nageenyaa malee akka kabajamu qophiin teeknooloojiin deeggarame taasiifamuu… Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Masqalaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamu qophiin teeknooloojiin deeggarame taasiifamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja ayyaana Masqalaaf gara maatii galaniif simannaa fi… Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja Ayyaanaa Masqalaaf gara maatii isaanii galaniif hawwii qabu ibsuun gaggeesseera. Keessummoonni…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayitaatti balaa Tirafikaa mudateen lubbuun namoota 28 darbe Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Godina Walaayitaatti balaa Tiraafikaa suukaneessaa mudateen lubbuun namoota 28 darbuu ibsame. Konkolaataan deddeebisa ummataa Walaayittaa Sooddoo…
Oduu biyya keessaa Kabajaa Ayyaana Damaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaa ta’an ifooman Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) –Ayyaana Damaraa Masqalaa guyyaa Boruu kabajamu sababeeffachuun daandiwwan tajaajila geejjibaaf cufaa ta’an ifoomaniiru. Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Boruu eegalee hanga Jimaata Ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkame Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Damaraa Masqalaa sababeeffachuu boru barii eegalee hanga Jimaata ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkameera.…