Oduu biyya keessaa “Masalaan” Kabajame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa ummata Kambaataa “Masalaan” sirnoota garaagaraatiin kabajameera. Sirna kabaja ayyaanichaarratti hawaasni godinichaa agarsiisaa…
Oduu biyya keessaa Irreechaa duudhaafi safuu isaa eegnee kabajuu qabna-A/G Goobana Hoolaa Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)-Ayyaana Irreechaa duudhaa fi safuu isaa eegnee kabajuu qabna jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaan. Irrechaa bara 2017 ilaalchisuun mariin…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Yaa’iin waliigalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamaa jiruun cinaatti Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa damee Turizimiin Addunyaarratti beeksiisuuf hojjetamaa jira – Ministeericha Sifen Megersa Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa damee Turizimiin Addunyaarratti beeksiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Turizimii ibseera. Qabeenya Turizimii Itiyoophiyaan qabdu…
Oduu biyya keessaa Somaaliyaan meeshaalee waraana humnoota alaatiin dhiyaatuun harka Shororkeessitootaati kufu… Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) -Haala nageenyaa Somaaliyaa tasgabbaa’aa hin taanee keessatti meeshaaleen waraana humnoota alaatiin dhiyaatan biyyaattii harka shororkeessitootaati kufisuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa — Gandan, Gandaafii: Bu’aa Qabsoo Ummataa! Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Seenduubee Gurmaa’insa Caasaa Gandaa Itiyoophiyaatti hundeeffamni Ganda Baadiyyaa bara 1967 humnoota siyaasaa bitaatiin kan jalqabeedha. Gandoonni Baadiyyaa amma jiran irra caalaan…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan injifatame Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee jalqabaa har'a taphatameen Adaamaan Sihuul Shireen injifatameera. Tapha har'a sa'aatii 10:00…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 390 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa 390 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoonni hunduu dhiirota yoo ta’an, kanneen keessaa 7 guddattoota umrii…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii adda addaatti Roobni salphaa hanga cimaa ni eegama… Sifen Megersa Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Guyyoottan kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii adda addaatti Roobni salphaa hanga cimaa kan eegamu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin Idil Addunyaa fayyaa beeyladaarratti xiyyeeffate gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Koonfiraansiin Idil Addunyaa fayyaa beeyladaarratti xiyyeeffate Xaaliyaan Roomitti gaggeeffamuu eegaleera. Koonfiraansichaarratti Ministirri Ministeera…