Daandiin Qilleensaa moggaasa “Air Congo” jedhuun hundeeffame hojii eegale
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mootummaa Rippaabilikii Diimookiraatawaa Koongoo waliin ta’uun, moggasa “Air Congo” jedhuun daandii qilleensaa hundeesse…