Fayyaa Guyyaan HIV Shaashamanneetti kabajame Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AIDS Sadarkaa Oromiyaatti Mata duree "Tajaajila HIV/AIDS Kabaja lammiilee giddugaleeffate lammiilee hundaaf" jedhuun Magaalaa Shaashamaneetti…
Fayyaa Ashaboo fi Fayyaa Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ashaboon gosoota mi’eessituu nyaataaf oolan keessaa tokko. Fayyadamni ashaboo soodiyeemii yommuu dabalu dhiibbaan dhiigaa, rakkooleen fayyaa onneen…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’iinsi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa dhaqqabamaa taasisuuf gargaara-Dooktar Tasfaayee… Debela Tadesse Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti Gurmaa’insi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa hanga gandaatti dhaqqabamaa taasisuu fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf kan gargaaru…
Oduu biyya keessaa Mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame Sifen Megersa Dec 12, 2024 0 Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Mariisisummaa Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayiib Erdohaaniin Ankaaraatti gaggeeffamaa kan ture mariin Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa milkiin xumurame.…
Oduu biyya keessaa Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa, Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba-Pireezidaanti Shimallis Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godinni Baale Bahaa pootenshaala Qonnaa,Turizimii fi albuudaa olaanaa qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Eerdohaan waliin mari’atan Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turki Reesip Xaayib Eerdohaan waliin dhimmoota gamlameerratti mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Obbo Ibraahim Malkaa Du’aan boqotan Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Qabsa’aa gameessi ummata Oromoo Obbo Ibraahim Malkaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan. Obbo Ibraahim Malkaan qabsaa’aa gameessa, sirna Abbaa irree Dargii…
Fayyaa Wal’aansa baqaqsanii yaaluun nama tokko keessaa Sibiloonni 110 ba’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Hospitaala Kompireheensivii Ispeeshaalayizdii Alartitti wal’aansa baqaqsanii yaaluun ga’eessa umrii Waggaa 46 keessaa sibiloonni gosa garaagaraa 110 ol ba’uun…
Oduu biyya keessaa ‘Airbus A350-1000’ 2ffaan Tajaajila Mijataa kan cimsu ta’uun ibsame Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Xiyyaarri 'Airbus A350-1000' (ET-BAX) 2ffaan tajaajila mijataa fi ammayyaa’a Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa maamiltootaaf kennaa jiru kan cimsu ta’uun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwatan Debela Tadesse Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituutti pirojektii jallisii Calcal daawwataniiru. Pirojektichi…