Oduu biyya keessaa Hiyyummaan Qaaniidha, Badhaadhinni Qananiidha! – BKO Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Hiyyummaan Qaanii, Badhaadhinni Qananii ta’uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Biyyi bu’uura cimaa bu’uureessuufi dhaloonni waaressu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Onkololeessa 22, 2017 Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu ibse Sifen Megersa Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Onkololeessa 22, 2017 eegalee torbeen yeroo 6 gara Baangilaadiish Magaalaa Daakaatti balallii haaraa eegaluuf ta’uu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Somaaliyaa waliin waldhabdee qabdu karaa dippiloomaasiin furuuf fedhii qabdi-Amb.… Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Mootummaa Giddugaleessaa Somaaliyaa waliin waldhabdeewwan qabdu karaa dippiloomaasiin furuuf fedhii akka qabdu Ministirri Ministeera Dhimma…
Idil Addunyaa Sudaanitti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 31 darbe Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Sudaan Kutaa Bulchiinsa Kaabaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 31 darbuu gabaafameera. Balaa kanaan qabeenyi hedduun…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinneetti taa’amuu eegale Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) - Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinnee Yuunivarsiitii Finfinnee Mooraa Mana Barumsaa Hojii Daldalaatti taa’amuu eegaleera.…
Biiznasii Naannichatti Sossochiin galii gibiraa fi Taaksii gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sosochiin Taaksii galii gibiraa fi sagantaan beekamtii kennuu kaffaltoota gibiraa kan bara baajata 2017 gaggeeffamaa jira.…
Biiznasii Oomishaalee galii toonii miiliyoona 2.66 oomisha biyya keessaan bakka buufamuun ibsame Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)- Bara 2016 damee indastirii maanufaakchariingiin oomishaalee galii toonii miiliyoona 1.27 oomisha biyya keessan bakka buusuuf karoorfamee toonii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamatoota Naannoo Afaaritti biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Hoggantoonni fi Hojjettoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamamtoota Naannoo Afaar Aanaa Dubitii Ayirolafinaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bara 2017tti Barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin taasifameera-BBO Debela Tadesse Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2017'tti barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.…
Ispoortii Atileet Siimboo Alamaayyoon rikardii dorgommichaa fooyyessuun meedaaliyaa Warqee injifatte Tsehay Guluma Aug 30, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaamiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadiin Atileet Siimboo Alamaayyoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii bakkichaa…